Qorichaa qaama saalaa kaasuu hedduminaan fayyadamuun yaaddeessaa tahaa dhufeera!Yeroo amma kana qorichoota baayinaan biyya keenya keessaati gurguramaa jiru keessaa tokko qorichaa qaama saalaa dhiiraa laafe kaasu Vaayigiraa jedhamudha. Qorichi kun haala nama yaaddeessuun irra caalaatti dargaggoonni keenya hedduminaan fayyadamaa jiru.Mee waa’ee qorichaa kanaa waliin haa ilaallu:-Qorichii Vaayigiraa ykn Siildenaafil jedhamu kun ogeessa fayyaan namoota rakkoo fayyaa kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa qabaniif akkasumas namoota dhiibbaa dhiigaa somba keessaa (Pulmonary hypertension ) qabaniif kennama.Qorichii kun namoota qaamni saalaa isaanii kahuu dide ykn kahuuf dadhabaa taheef kennama. Kunis namoota sababa umurii fi dhibee fayyaa buleeyyii akka Dhibee sukkaaraafi kkf qabaniif ogeessa fayyaan kennama.Ogeessi fayyaa tokkos qorichaa kana yoo ajaju namni sun Rakkoo fayyaa kan biro kanneen akka dhibee Onnee , Dhiibbaa dhiigaa, dhibee kaleefi tiruu akkasumas qorichaa inni dhibee biraaf fudhatu ilaalee kenna. Garuu haala yeroo ammaa argaa jirruun qorichi kun bakka garaagaraatti ajaja ogeessa fayyaa ykn hakiimaa malee yeroo gurguramaa jiru argaa jirra. Keessumaa dargaggoonni umuriin isaanii waggaa 20 gadi tahellee qoricha kana yeroo isaan fayyadaman nii argama.Qorichii kun maashaa ujummoo dhiigaa qaama saalaa keessatti argamu diriirsuun dhiigni gara ujummoo dhiigaa qaamaa saalaa keessa jiru akka guutu gochuun qaamni saalaa akka kahu godha.Kanaaf sababa rakkoo fayyaa garaagaraan namoota qaamni saalaa isaanii kahuu dideef ykn jabaachuu dideef(Erectile dysfunction) ajaja ogeessa fayyaan kennamaQorichi kun namoota rakkoo fayyaa garaagaraa kanneen akka dhibee onnee qabna, dhiibbaa dhiigaa,dhibee kaleefi tiruu hamaa, namoota qorichaa dhibee onneef kennaman tokko tokko fudhataniifi kkf waliin yoo fudhatan rakkoo biraa irraan geessisuu dandaha.Kanaaf ogeessi fayyaa rakkoo kanaaf kana fakkaatan ilaalee erga adda baasee booda kennuu qaba kan jennu.Namoota qorichii kun ajaja ogeessa fayyaan kennameef waan isaan beekuu qabna keessaa muraasniQorichaa kana wal-qunnamtii saalaa dura daqiiqaa 30 – sahaa 1 dursanii fudhachuu qabuGuyyaatti yeroo 1 qofa fayyadamuu qabuDoozii ykn hamma ogeessi fayyaa ajajee kennerra dabarsuu hin qabanQorichii kana fudhatanii sahaa 4f walitti aansee qaamni saalaa isaanii kahee dhaabatee yoo ciisuu dide dabalataanis kahee hedduu dhukkuba yoo tahe hatattamaan mana yaalaa deemuu qabaMallatoowwan akka dhukkubbii laphee hamaa, rakkoo arguu ijaa, hafuurri namatti ciccituu, harma miilaaf qaamni biraa dhiitahuu,hurka ykn dafaqa garmalee argitanii hin beekneefi kkf yoo isin quunname hatattamaan mana yaalaa deemuu qabdu.Akkuma jalqabarratti kaasuuf yaallee namoota hedduu rakkoon kahuu dhabuu qaama saalaa ykn kahee jabaachuu diduu isaan mudata. Rakkoo kana maaltu fida?, yaalli isaahoo maali?Barreeffama kanaa gadii liinkii Kanaan seenaa dubbisaa👇🏾👇🏾https://drnafyad.com/rakkoo-kahuu-dhabuu-qaama-saalaa-dhiiraa/

Jamaree yaa liqqisee ilmoo qananiiJamaree yaa bilillee ofiin hawwaniiKan argaaf si araadaniKan gurmuun si barbaadaniJamaree beeka akkan si jaalle hin mamuJamaree simboo kankeen machaa’e namuuImaltuu imaluun dhibeSi argee si darbuun cime .Si jaallachuu hin jibbine jibba fedhe jamareeAkkan kaleessa ta’een har’a sodaadhe maleeTakka lama miti koo daddabaleetan cabeeIrraanfachuu na dide gadde garaa dadhabeAkkam godhuree jamareetoo ofan ijibbaadheSitti hiiqa fedheen dabaleetoo amanuu sodaadhe.Sirraa hiiquufAti nama nama addaa rabbi faayeSitti hiiquufAn nama namaan sagal mamadayeAs gidduudha as gidduudhaHiramte qalbiinkooTanaan na dhibe Ilaal jamareetooNamni yoomuu ohoo ohooWaan ofii ofiin barbaade dhabaFedhus dhiisuus ahaa ahaaWaan hireen isaaf qabaatte qaba .Waanti hin oolle waan hin oolle…..Yoo olii waliif nu fedhe… waan hin oolleYoo firooma keenya fedhe …waan hin oolleWaan hin oolle fira ta’uun waan hin oolleYoo olii waliif nu dide…waan hin oolleYoo ormooma teenya fedhe…waan hin oolleWaan hin oolle orma ta’uun waan hin oolleWaan hin oolle wanti hin oolleWanti hin oolle waan hin oolleWaan hin oolle wanti hin oolle.Wanti hin oolle waan hin oolleWaan hin oolle!Rakkokoo rakkoo gameessa harka na qabuKan waanan arge arge naaf hubachuun hin dhibuYoon jaalala jiiles an dhugaan qaba beeki jamareDawwaan dhibeetti fudheti natti dhibe dabaleAkkam godhuree jamareetoo ofaan ijjibbaadheSitti hiiqa fedheen dabaleetoo amanuu sodaadheSitti hiiqus waan har’a ittiin si jaju ilaaleeSi hin beekne waan boor ittiin si himuun wallaaleTanas taatu sanas taatuTakkaa waan hin oolleWaanti hin oolle kun waanuma hin oolleNamni yoomuu ohoo ohooWaan ofii ofiin barbaade dhabaFedhus dhiisuus ahaa ahaaWaan hireen isaaf qabaatte qabaWaanti hin oolle waan hin oolle…..Yoo olii waliif nu fedhe… waan hin oolleYoo firooma keenya fedhe …waan hin oolleWaan hin oolle fira ta’uun waan hin oolleYoo olii waliif nu dide…waan hin oolleYoo ormooma teenya fedhe…waan hin oolleWaan hin oolle orma ta’uun waan hin oolleWaan hin oolle wanti hin oolleWanti hin oolle waan hin oolleWaan hin oolle wanti hin oolle.Wanti hin oolle waan hin oolleWaan hin oolle!gurbaa jabaa kana laalaafii mee✊@xalayajaalalafiwalaloo55@xalayajaalalafiwalaloo55https://www.youtube.com/watch?v=mBs1FGuJSfwJamaree yaa liqqisee ilmoo qananiiJamaree yaa bilillee ofiin hawwaniiKan argaaf si araadaniKan gurmuun si barbaadaniJamaree beeka akkan si jaalle hin mamuJamaree simboo kankeen machaa’e namuuImaltuu imaluun dhibeSi argee si darbuun cime .Si jaallachuu hin jibbine jibba fedhe jamareeAkkan kaleessa ta’een har’a sodaadhe maleeTakka lama miti koo daddabaleetan cabeeIrraanfachuu na dide gadde garaa dadhabeAkkam godhuree jamareetoo ofan ijibbaadheSitti hiiqa fedheen dabaleetoo amanuu sodaadhe.Sirraa hiiquufAti nama nama addaa rabbi faayeSitti hiiquufAn nama namaan sagal mamadayeAs gidduudha as gidduudhaHiramte qalbiinkooTanaan na dhibe Ilaal jamareetooNamni yoomuu ohoo ohooWaan ofii ofiin barbaade dhabaFedhus dhiisuus ahaa ahaaWaan hireen isaaf qabaatte qaba .Waanti hin oolle waan hin oolle…..Yoo olii waliif nu fedhe… waan hin oolleYoo firooma keenya fedhe …waan hin oolleWaan hin oolle fira ta’uun waan hin oolleYoo olii waliif nu dide…waan hin oolleYoo ormooma teenya fedhe…waan hin oolleWaan hin oolle orma ta’uun waan hin oolleWaan hin oolle wanti hin oolleWanti hin oolle waan hin oolleWaan hin oolle wanti hin oolle.Wanti hin oolle waan hin oolleWaan hin oolle!Rakkokoo rakkoo gameessa harka na qabuKan waanan arge arge naaf hubachuun hin dhibuYoon jaalala jiiles an dhugaan qaba beeki jamareDawwaan dhibeetti fudheti natti dhibe dabaleAkkam godhuree jamareetoo ofaan ijjibbaadheSitti hiiqa fedheen dabaleetoo amanuu sodaadheSitti hiiqus waan har’a ittiin si jaju ilaaleeSi hin beekne waan boor ittiin si himuun wallaaleTanas taatu sanas taatuTakkaa waan hin oolleWaanti hin oolle kun waanuma hin oolleNamni yoomuu ohoo ohooWaan ofii ofiin barbaade dhabaFedhus dhiisuus ahaa ahaaWaan hireen isaaf qabaatte qabaWaanti hin oolle waan hin oolle…..Yoo olii waliif nu fedhe… waan hin oolleYoo firooma keenya fedhe …waan hin oolleWaan hin oolle fira ta’uun waan hin oolleYoo olii waliif nu dide…waan hin oolleYoo ormooma teenya fedhe…waan hin oolleWaan hin oolle orma ta’uun waan hin oolleWaan hin oolle wanti hin oolleWanti hin oolle waan hin oolleWaan hin oolle wanti hin oolle.Wanti hin oolle waan hin oolleWaan hin oolle!gurbaa jabaa kana laalaafii mee✊@xalayajaalalafiwalaloo55@xalayajaalalafiwalaloo55https://www.youtube.com/watch?v=mBs1FGuJSfw

Waan riqichi siraaxii ta’e dhagessee beekta?Guyyaa qiyamaa yeroo dachii fi samiin jijjiiramtu iddoon tokkolee hin jiru, jannataa fi azaaba yoo tatee malee.Ammoo jannataa dhaquuf ibiddarra darbuutu jira. Akki itti dabran immoo riqicha tokkotu ibidda gubbaa kaayama, maqaan riqicha kanaa “siraax” jedhama.Siraxiin hangumaa ibbidii bal’atu ykn dheeratu innis gubbaa bal’ata. Yeroo isa gubbaa dabarte hulaa jannata of durattii argita.Rasullinis (s.a.w) hulaa sanirra dhaabbatee warra jannataa qeebala.( يا رب جنتك)bifa siraaxii““““`1.Rifeensarra qal’aadha.Seeyfiirra qara qaba.3.akkaan dukkana, jala isaa ibidda akkaan danfitutu jira.4.Dilii kee hunda dugdarratti baadhattee gubbaa dabarta. diliin kee yoo sirrattii heddummaatte akka suuta deemtu ykn akka achi kessatti kuftu si gooti (والعياذ بالله)Yoo dilii hin qabaanne ammoo akka hangaasuu ykn calanqeetti si dabarta.5.hookkooleetu isiirra jira kan si qabdu hoggaa gubbaa dabrtu.Miila kee jalaas qoreetu jira kan yoo suuta Deemte miila nama kukkuttu.6.Namuu hanga salaata irratti tikfataa tureen ifaan isaaf ifa.7.sagalee nama ibidda kessatti kufuu kan sii dura deemuu dhageessa, atis tarii nan kufaa jettee yaaddofta.8.namni hundi akka dalagaa isaatti gubbaa dabra.Rasuulli ( ﷺ ) hulaa jannataa bira dhaabatee du’aa’ii siif godha.يا رب سلم يارب سلم…Yaa rabbi nagayaan gubbaa dabrsi jedhee siif kadhata.Gabrichi yeroo achirra dabru nama kufuu fi kan dabru ni arga, garuu dantaa hin qabu osoo haadhaa fi abbaa isaallee argee Wanni Isa yaachiftu lubbuu isaa qofa. 😭A’ishaan guyyaa tokko qiyaamaa yaadattee boosse.😢 Rasuullii ( ﷺ ) gaafatee maaltu si boossisaa jedheen.Yaa ergama rabbii guyyaa qiyaama abbootii keenya ni yaadanna? Nama jaalannu ni yaadanna jetteen?Rasullinis ﷺ ” eeyyee iddoo 3 keessatti malee, Bakka miizanaa, yeroo galmee fudhatan, yeroo siraaxii irra dabran.”Sadeen kana malee namuu wal yaadatan Jedheen. Sadeen kanattii ammoo namuu lubbuu isaa malee quba hin qabu,Yaa rabbi nagayaan siraaxii gubbaa nuu dabarsii cinqii guyyaa sanii irraa najaa nu basi!😭😭😭🤲🤲🤲🤲 اللهم آمين يارب العالمين

Design a site like this with WordPress.com
Get started